letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de ammuma - shukri jamal

Loading...

si yaadannaan rafee hin buluu ani yaadakee
hirriba keessaa na gangalchaa waa’een kan kee
si arguu qalbiin too boqottii ya jaalallee
si arguu qalbiin too boqottii ya jaalallee
si yaadannaan rafee hin buluu ani yaadakee
hirriba keessaa na gangalchaa waa’een kan kee
si arguu qalbiin too boqotti ya jaalallee

deemsi kee f-goo ta’ee dhabdus imaltuu haadaa
sabbatii jilbi si bu’ee jiraattus lafa baataa
barbaaddu fixee daachii sitti taatus jireenyi
dhugaattuu harkaan kuftuu sirraa hafus hammeenyi

hedduu ulfaataa jaalalti halaalaa halkaniif guyyaa araddaa wallaalaa
ammuma ammumaa naaf koottu ammumaa
yeros mi’ooftii jaalalti akka dammaa (ahaa ahaa)
hedduudha ulfaataa
jaalalti halaalaa (ahaa ahaa)
halkanii fii guyyaa
ani addan wallaalaa (ahaa ahaa)
ammuma ammumaa
naaf koottuu ammuma (ahaa ahaa)
yoroo san mi’ooftii
jaalalli akka dammaa

si yaadannaan rafee hin buluu ani yaadakee
hirriba keessaa na gangalchaa waa’een kan kee
si arguu qalbiin too boqottii ya jaalallee
si arguu qalbiin too boqottii ya jaalallee
si yaadannaan rafee hin buluu ani yaadakee
hirriba keessaa na gangalchaa waa’een kan kee
si arguu qalbiin too boqotti ya jaalallee
f-geenyatti haa hammaatuu jedheeraa abbitoonii
mo’atan jaalalaadhaa mootiisaa ta’uu goonnii
barishuu bareedduu durbaa qallootoo yaa marartuu
kan ittin si ibsuun dhabee hirkootoo waan safartuu
hedduu ulfaataa jaalalti halaalaa halkaniif guyyaa araddaa wallaalaa
ammuma ammumaa naaf koottu ammumaa
yeros mi’ooftii jaalalti akka dammaa (ahaa ahaa)
hedduudha ulfaataa
jaalalti halaalaa (ahaa ahaa)
halkanii fii guyyaa
ani addan wallaalaa (ahaa ahaa)
ammuma ammumaa
naaf koottuu ammuma (ahaa ahaa)
yoroo san mi’ooftii
jaalalli akka dammaa

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...