letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de utuun siyaaduu - nigusuu tammiraat

Loading...

dhuguma abba dhuguma, yaa loossiitoo
mucca tinnoo reebanii
akkam jirtaa, nagumma? yaa sh-geekoo
sh-gee afaan annaanii
dhuguma abba dhuguma, yaa loossiitoo
mucca tinnoo reebanii
akkam jirtaa, nagumma? yaa sh-geekoo
sh-gee afaan annaanii
akkamittin jiraadhu, yaa loossiitoo
sirraatin gargar ba’ee
qobaan ta’e wawaadhan, takkittitoo
marattu seerra ta’e
akkamittin jiraadhu, yaa loossiitoo
sirraatin gargar ba’ee
qobaan ta’e wawaadhan, takkittitoo
marattu seerra ta’e

halkan dudaan ciiseen sii yaada
dagalee lakka’aatan bullaa
yaa dammakoo natti himi maalo
maalini korrichi jaalala
uttuun siyaadu, annohin gabadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu
uttuun siyaadu, annohin gabadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu
aheeeeee
karaan manna keetti dandi saa
naan barsisi badeetta dhufa
yaa dammakoo, kottuuga maalo
anni jaalala ka’e ittin fuffaa

uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu
uttuun siyaadu, annohin gabadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu

aheeeeeee
korrat meqaanu karraa cufanuu
siin hanqaadhu, nan dhufaa digee
gargar baannee teenya seetteree
dhufun jirraa galgala fiigee

uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu
uttuun siyaadu, annohin gabadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu

aheeeeee
halkan dudaan ciiseen sii yaada
dagalee lakka’aatan bullaa
yaa dammakoo natti himi maalo
maalini korrichi jaalala
uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu
uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu
uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu
uttuun siyaadu, annohin gabaadhu
bek-ma jirtuu mee nagan jiraadhu
aheeeeeee

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...