letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de jamaree - keol negesa

Loading...

jamaree yaa liqqisee ilmoo qananii
jamaree yaa bilillee ofiin hawwanii
kan argaaf si araadani
kan gurmuun si barbaadani
(kan argaaf si araadani)
(kan gurmuun si barbaadani)
jamaree beeka akkan si jaalle hin mamu
jamaree sinboo kankeen machaa’e namuu
imaltuu imaluun dhibe
si argee si darbuun cime
(imaltuu imaluun dhibe)
(si argee si darbuun cime)

si jaallachuu hin jibbine jibba fedhee jamaree
akkan kaleessa ta’een har’a sodaadhe malee
takka lama miti koo daddabaleetan cabee
irraanfachuu na dide gadde garaa dadhabe
akkam godhuree jamareetoo ofiin ijjibbaadhe
sitti hiiqa fedheen dabaleetoo amanuu sodaadhe
(akkam godhuree jamareetoo ofiin ijjibbaadhe)
(sitti hiiqa fedheen dabaleetoo amanuu sodaadhe)

sirraa hiquuf
ati nama namaan akka rabbi faaye
sitti hiquuf
an nama namaan sagal mammadaa’e
as gidduudha as gidduudha
hiramte qalbiin too
tanaan dhibe ilaal jamareetoo
namni yoomuu ohh ho ho ho
waan ofii ofiin barbaadee dhaba
fedhus dhiisus ahh aha aha aha
waan hireen isaaf qabatte qaba
(namni yoomuu ohh ho ho ho)
(waan ofii ofiin barbaadee dhaba)
(fedhus dhiisus ahh aha aha aha)
(waan hireen isaaf qabatte qaba)
waanti hin oolle waan hin oolle

yoo olii waliif nu fedhe
(kun waan hin oolle)
yoo firooma teenya fedhe
(kun waan hin oolle)
waan hin oolle fira ta’uun waan hin oolle

yoo olii waliif nu dide
(kun waan hin oolle)
yoo ormooma teenya fedhe
(kun waan hin oolle)
waan hin orma ta’uun waan hin oolle

rakkookoo rakkoo gameessa harka na qabu
kan waanan argе arge naaf hubachuun hin dhibu
yoon jaalala jiiles an dhugaan qaba beeki jamaree
dawwaan dhibeetti fudheti natti dhibе dabale
akkam godhuree jamareetoo ofiin ijjibbaadhe
sitti hiiqa fedheen dabaleetoo amanuu sodaadhe
(akkam godhuree jamareetoo ofiin ijjibbaadhe)
(sitti hiiqa fedheen dabaleetoo amanuu sodaadhe)

sitti hiiqus waan har’a ittiin si jajun ilaalee
si hin beekne waan boor ittiin si himuun wallaale
tanas taatu sanas taatu takka waan hin oolle
waanti hin oolle kun waanuma hin oolle

namni yoomuu ohh ho ho ho
waan ofii ofiin barbaadee dhaba
fedhus dhiisus ahh aha aha aha
waan hireen isaaf qabatte qaba
(namni yoomuu ohh ho ho ho)
(waan ofii ofiin barbaadee dhaba)
(fedhus dhiisus ahh aha aha aha)
(waan hireen isaaf qabatte qaba)
waanti hin oolle waan hin oolle

yoo olii waliif nu fedhe
(kun waan hin oolle)
yoo firooma teenya fedhe
(kun waan hin oolle)
waan hin oolle fira ta’uun waan hin oolle
yoo olii waliif nu dide
(kun waan hin oolle)
yoo ormooma teenya fedhe
(kun waan hin oolle)

waan hin orma ta’uun waan hin oolle
waan hin oolle waanti hin oolle
waanti hin oolle waan hin oolle
waan hin oolle waanti hin oolle
waanti hin oolle waan hin oolle waan hin oolle

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...