letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de dirree - kemer yousuf

Loading...

hasawni kee ni miawa
jachi kaan kee kaan alawaa
hasawni kee ni miawa
jachi kaan kee kaan alawa
namshi sawaa sawaa sawa
yaa bareeduu dirree dhawaa

gaanama baariisaa haraamayaa kae
awotobiis yaabadheetiin awdayiin bahe
gaanama baariisaa haraamayaa kae
awotobiis yaabadheetiin awdayiin bahe
aama lubuu takkan dhangagoon gadaa bue
hoogunaan dhabadee shaagee dirree dhawaa
suttatin haasawee
lubuun tiyya jattee
onnen tiyya jattee
arra waa miilkaee

hasawni kee ni miawa
jachi kaan kee kaan alawaa
hasawni kee ni miawa
jachi kaan kee kaan alawa
namshi sawaa sawaa sawa
yaa bareeduu dirree dhawaa

harrkka waal qabanee magala gadbune
koonel qaxamuuree diildila raa bane
harrkka waal qabanee magala gadbune
koonel qaxamuuree diildila raa bane
kazira number one jalalan dawane
dhebu tenya maraa laga harree kuune
cunnfaa burtukana waal harrkka fudhanne
mango solafanee waliin bashanane
dirree dirree dirree dirree dirree dirree jae
naadide garaan koo
simalee kaanbirra
kootu siin xuxuxa
yaa karameela
sii namiawa
akka shankora

siniin hassawa
si tuu na dawwa
siniin hassawa
si tuu na dawwa
siniin hassawa
yaa bareeduu dirree dhawaa
yaa bareeduu dirree dhawaa

kootu yaana bashanana gandaa qooree gandaa qooree
kootu yaana bashanana laga haarree laga haarree
kootu yaana bashanana gandaa gaaraa gandaa gaaraa
kootu yaana bashanana gam qafirra gam qafirra
kootu yaana bashanana amisitanya amisitanya
kootu yaana bashanana qabri joolee qabri joolee
kootu yaana bashanana gandaa dipoo gandaa dipoo
kootu yaana bashanana abba deesaa abba deesaa
kootu yaana bashanana number one number one

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...