letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de siiyaadee - helen berhe

Loading...

eyye dhugumaa dhugumaa waadaa cimaa qabnaa
dhufee waliin taphanna
si yaadee sh-ggaa si yaadeera jaalallee koo
kiyyas yaanii suma biraa halkanii guyaa
akkam jirtaa nag-yaaree bareedaa koo
yaada kee malee an nag-yaa sh-ggee tiyyaa

akkam jiraaree qe’een ollaaf firraa
kan nuu dudisee biyyi gandi maraa
yaanni kiyyaa suma biraa halkan guyyaa gannas birraa

akk-ma kee anis akk-ma kee akk-maa kee
dhimmi kotii ta’ee ijaan arge ijaan arge
qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu

jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa

nan dhufa birrisee ijaa keet ilaaluuf
farda koo feesisee si faanaa taphachuuf

sh-ggooyee
akkas kaa
ol fuudhi
marimee
mammari kaa
shubbis

si yaadee sh-ggaa si yaadeera jaalallee koo
kiyyas yaanii suma biraa halkanii guyaa
akkam jirtaa nag-yaaree bareedaa koo
yaada kee malee an nag-yaa sh-ggee tiyyaa

harka wal qabnee kiyyaa keet wal jennee
gaaddissa kee qilxuut jaalala hirannee
hirriba koo na dhowweeraa f-gaadhullee si faanan jira
hirriba koo na dhowweeraa f-gaadhullee si faanan jira

akk-ma kee anis akk-ma kee akk-maa kee
dhimmi kotii ta’ee ijaan arge ijaan arge
qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa
jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa

nan dhufa birrisee ijaa keet ilaaluuf
farda koo feesisee si faanaa taphachuuf
nan dhufa birrisee ijaa keet ilaaluuf
farda koo feesisee si faanaa taphachuuf
qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu

jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa
jaalalti dhugaa akkanaa lubbu irra waliin yaadnnaa

qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu
qaamaan dhuftee nu lachuu haa argannuu gamachuu
dafii dafii naaf kottuu haa argannuu gammachuu

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...