letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de tulluu jala - haacaaluu hundessaa

Loading...

tulluu jala malkaa yaatuu malkaa yaatuu
maaltu booresse taliila kanaa
maaltu booresse taliila kanaa
lubbuu akka tasaa baatuu
qaama biyyoon nyaatuu, seenaan sirran hin baatuu
maaltu lamiif koodeesaa ganaa
maaltu lammiif koodeesaa ganaa
hin ganu dideera aanuu
lamii gaaddisa ofii maaliif gaanuu
hin ganu dideera aanuu anuu
hiriyaa gaddisa ofii maaliif ganuu
hin ganu dideera aanuu anuu
lamii gaaddisa ofii maaliif gaanuu

daalachoo goojee oolee galaa
ulaatti gaangee hin hidhatani
hin hidhiinii
hin hidhatanii maaf hidhatteere
hiriyeekoo yaa koodee garaa
hundatti waa’ee hin himataan hin himiini
hin himatanii hin himiin
hin himanii maaf himatteeree
hiriyaan dharaa, garaa si baraa
mataa si maraa, dhofkadhu garaa
garaa si baraa
lakkii
mataa si maraa, dhofkadhu garaa
ofeegaa jaraa
garaa si baraa, mataa si maraa
dhofkadhu garaa
hiriyaan dharaa
garaa si baraa
dhofkadhu garaa
nan deemaa jettuus, deemi f-gaadhu
malkaas duuba faana bu’a hin oolaanii
bu’a hin oolaanii
roorroon ammaattuus, didi jabaadhuu
garaan abbaa fana duutii, du’anoolaanii
du’anoolaanii

ega hin oollee
walirraa dheessinuu yaajoollee
duuti hin oollee
walirraa dheessinuu yaajoollee
ega hin oollee
walirraa dheessinuu yaajoollee
duuti hin oollee
walirraa dheessinuu yaajoollee

tulluu jala malkaa yaatuu malkaa yaatuu
maaltu booresse taliila kanaa
maaltu booresse taliila kanaa
lubbuu akka tasaa baatuu
qaama biyyoon nyaatuu, seenaan sirran hin baatuu
maaltu lamiif koodeesaa ganaa
maaltu lammiif koodeesaa ganaa
hin ganu dideera aanuu
lamii gaaddisa ofii maaliif gaanuu
hin ganu dideera aanuu
hiriyaa gaddisa ofii maaliif ganuu
hin ganu jedeeraa aanuu
lamii gaaddisa ofii maaliif gaanuu
yoo garaan aaree silaalatee
dhaanamuus garaa ni hidhanii
hidhadhu
ni hidhanii hidhadhuu
ni hidhatuu maanhidhaneeree
yoo alagaan sitti dhaadatee
lammii ofitti ni himatanii himadhu
ni himatanii himadhuu
ni himatuu maanhimaneree
hiriyaan dharaa
garaa si baraa
mataa si maraa
dhofkadhu garaa
garaa si baraa
lakkii
mataa si maraa
dhofkadhu garaa
ofeegaa jaraa
garaa si baraa
mataa si maraa
dhofkadhu garaa
hiriyaan dharaa
mataa si maraa
garaa si baraa
nagaa si manaa
dhokfadhu garaa
nan deemaa jettuus, deemi f-gaadhu
malkaas duuba faana bu’a hin oolaanii
bu’a hin oolaanii
roorroon ammaattuus, didi jabaadhuu
garaan abbaa fana duutii, du’anoolaanii
du’anoolaanii

ega hin oollee
walirraa dheessinuu yaajoollee
duuti hin oollee
walirraa dheessinuu yaajoollee
ega hin oollee
walirraa dheessinuu yaajoollee
duuti hin oollee
walirraa dheessinuu yaajoollee

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...