letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de sanyii mootii - haacaaluu hundessaa

Loading...

galaanni gibee guutus
daaktuuf bidiruun nama ceesisaa
garaan jaallate hin rafu
lauftus jilbihbiin nama deemsisaa

galaanni gibee guutus
daaktuuf bidiruun nama ceesisaa
garaan jaallate hin rafu
lauftus jilbihbiin nama deemsisaa

an sosodaadhe baranna qalbii kootii
gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii
an sosodaadhe baranna qalbii kootii
gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii

(maashoo koo) harraagessi jimmaa
(maashoo koo) qaldhatee furdataa
(maashoo koo) qaldhatee furdataa
(maashoo koo) namni michuu qabuu
(maashoo koo) haammatee dhungataa
(maashoo koo) haammatee dhungataa
(maashoo koo) namni michun hin qabnee
(maashoo koo) kophaa dudubbataa
(maashoo koo) kophaa dudubbataa

jimma jirtattin quban si qabaa
biyyaa hin f-gaannee
yaada keetaniin kophaa gungumaa
malee hin maraannee
jimma jirtattin quban si qabaa
biyyaa hin f-gaannee
yaada keetaniin kophaa gungumaa
malee hin maraannee

kan koo lapheen
sumaaf nuugii tumaa
natti taate kaa
alka suusii bunaa wayyoo

suusii bunaa dafanii danfisuu
maashoo ofii afanii raffisuu

kan koo lapheen
sumaaf nuugii tumaa
natti taate kaa
alka suusii bunaa wayyoo

suusii bunaa dafanii danfisuu
maashoo dhabnaam akkamiim callisuu

galaanni gibee guutus
daaktuuf bidiruun nama ceesisaa
garaan jaallate hin rafu
lauftus jilbihbiin nama deemsisaa
galaanni gibee guutus
daaktuuf bidiruun nama ceesisaa
garaan jaallate hin rafu
halkaniif guyyaa nama deemsisaa

an sosodaadhe baranna qalbii kootii
gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii
an sosodaadhe baranna qalbii kootii
gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii

(maashoo koo) sh-ggarii galuu
(maashoo koo) gurguratee galaa
(maashoo koo) gurguratee galaa
(maashoo koo) marii na suugadhu
(maashoo koo) guntuta kee jalaa
(maashoo koo) guntuta kee jalaa
(maashoo koo) guntunni hin dhaamotaa
(maashoo koo) shurrubbaa kee jalaa
(maashoo koo) shurrubbaa kee jalaa

jimma jirtattin quban si qabaa
biyyaa hin f-gaannee
yaada keetaniin kophaa gungumaa
malee hin maraannee

jimma jirtattin quban si qabaa
biyyaa hin f-gaannee
yaada keetaniin kophaa gungumaa
malee hin maraannee
kan koo lapheen
sumaaf nuugii tumaa
natti taate kaa
alka suusii bunaa wayyoo

suusii bunaa dafanii danfisuu
maashoo ofii afanii raffisuu

kan koo lapheen
sumaaf nuugii tumaa
natti taate kaa
alka suusii bunaa wayyoo

suusii bunaa dafanii danfisuu
maashoo dhabnaam akkamiim callisuu

kan koo lapheen
sumaaf nuugii tumaa
natti taate kaa
alka suusii bunaa wayyoo

suusii bunaa dafanii danfisuu
maashoo ofii afanii raffisuu

kan koo lapheen
sumaaf nuugii tumaa
natti taate kaa
alka suusii bunaa wayyoo

suusii bunaa dafanii danfisuu
maashoo dhabnaam akkamiim callisuu

an sosodaadhe baranna qalbii kootii
(gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)
an sosodaadhe baranna qalbii kootii
(gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)

an sosodaadhe baranna qalbii kootii
(gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)
an sosodaadhe baranna qalbii kootii
(gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)

an sosodaadhe baranna qalbii kootii
(gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)
an sosodaadhe baranna qalbii kootii
(gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...