letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de hawanawa - gutu abera

Loading...

eessa jirtaa sh-ggiituu
xalayyaa naan ergituu
yanni koo bar si duwwaa
sh-ggee baredduu shawaa
onne koo fuutee deemtee
bar maratuu naa gootee
qalbii koo fuutee deemtee
naan deebisin fuudhadhu
jalallee onnee keemmoo
jalaala keen aa laadhu
yanni koo bar sii duwwaa
sh-gge bareedduu
hawwan hawwaa si’in hawwaa
hawwan hawwaa si’in hawwaa
hawwan hawwaa si’in hawwaa
hawwan hawwaa si’in hawwaa

haala hin mijjeffannee hin jedhuu
deemen dhufee karaa dheeraa aaaa
wagga baay’eettan si eegee (wagga baay’eettan si eegee)
qofan galani muradheeraa aaaa (qofan galani muradheeraa aaaa)
ya shaash-tu intalaa shawaa (ya shaash-tu intalaa shawaa)
onneen koo bar sumaan hawwaa aaaaa (onneen koo bar sumaan hawwaa aaaaa)
akka ji’a halkani kan ibsuu qaroon kee
ilaaleetan dhabe barbaade fakii kee
biyya hundaa deeme hin dhabe ilaale
addunyaarra hin jirtu bareenni si caale
koottu na simadhu himadhu bareedditti shawaa
onneen na roraa’ee sima qofan hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hibboon si gaafadha gaaffii
amma naa deebisi dafii
bareedduu uumamaa addaa
na gaafadhu maali barbaaddaa
siifan gurgura surreekoo
yoo barbaaddessi luubbuukoo
ilkaankee aannaanii mudhiinkee kan sonsaa
ijikee taliilli dheebuu nama baassaa
akka dugda nama taatetu yaadamtaa
tullu gubbaa baatee iftee nama waamtaa
kottaa na ilaalaa asin jira jettaa
k-mni si hawwatee jooraakee maal goota
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa

onne koo fuutee deemtee
bar maratuu naa gootee
qalbii koo fuutee deemtee
naan deebisin fuudhadhu
jalallee onnee keemmoo
jalaala keen aa laadhu
yanni koo bar sii duwwaa
sh-gge bareedduu
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa (sh-gge bareedduu) siin hawwaa
(hawwan hawwaa) sh-gge bareedduu (hawwan hawwaa)
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa (sh-gge bareedduu)
hawwan hawwaa siin hawwaa
hawwan hawwaa siin hawwaa

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...