letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de simalee - gome riki tu

Loading...

inyaka inyik
inyaka inyik
inyaka inyik
gajo gome

si laale si jaalle si fedhe
si fedhe si
ta biraa hin barbaadu simalee
simale an

ta biraa hin barbaadu simale
simale
ta biraa hin barbaadu simalee
rrra

gaara hedduu ba’ee
dachaa hedduu bu’ee
bikkan jiruu ka’ee
gama irra qaari’ee
qalbiin koo rarra’ee
nama kolfaa ta’e
aaa

waa marri na dhibe
dubbachuuf na hudhe
luugama afaan koo
dadhabe yaada koo
yoomin qabbana’a /grrrrrrrr/
dhiisuuf ni minyaa’aa
kan laga yaa’u bishaani
kan kokorrisu dhagaa dha
kan narra yaa’u imimmaani
kan na boochisu garaa dha

anchi konjo konjo
weder yelelesh
na boojite suuta
ke libe gebtesh

tole haaya
siin naa wayya
lijitua faaya
ye qobo lij ye babo ye raya

inyaka inyik
inyaka inyik
inyaka inyik
hobobobobobob

si laale si jaalle si fedhe
si fedhe si
ta biraa hin barbaadu simalee
simale an

ta biraa hin barbaadu simalee
simale
ta biraa hin barbaadu simale
rrra
ani simale orma hin barbaadu
jaalalaa keeyti ta anat jiru
namaan madaalee tasa hin jijjiiru

teessoon ke wallo kamisee gubbaa
sanyii warqituu jabduu durbaa
ati naan booni an siinan boona
afaan abbaa kee si wallaalchisan
homaa hin yaadin na si barsiisa
xannacha miti hidda hidda
bikk-ma citee dhiiga dhiiga

qilleensaan seentee onneerra teessa
jaalala keetu ana raatessa
osoon hin dhuyne ana macheessa
akka maraataa qofaa odeessa
narraa hin f-gaatin as natti siqi
konna hammadhu lapheerra ciisi
gorora kee san na unachiisi
ofitti qabi mee ana kiisi
hidha yaada ke ana irraa hiiki
hrrrrr
hrrrrr

bareedduu ilkaan baddeeysa
safuutu bada maleeysa
seeratu dhorka maleeysa maleeysa
si buteen gala kaleeysa
kaleeysa
si laale si jaalle si fedhe
si fedhe si
ta biraa hin barbaadu simalee
simale an

ta biraa hin barbaadu simale
simale
ta biraa hin barbaadu simale
rrra

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...