letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de kashakkashee lola - gome riki tu - gome riki tu

Loading...

(gome)

ishoo obbo ishoo obboon ko
kashakkashee lolaa jira wbon koo

ishoo obbo ishoo obboon ko
mash-g mash-g gochaa jira obboon ko

ishoo obbo ishoo obboon ko
kashakkashee lolaa jira wbon koo
ishoo obbo ishoo obboon ko
mash-g mash-g gochaa jira obboon ko

ishoo obboo koo
wbo wabii sabaa
nyaapa irraa yoom dheensaa
ol oofee gad oofee barbadeessa
gootni lammiit falmu
fedhii isaa uggure
gogombisuutti jira wbo jajjabeen
bela’ee dheebotus gaafa argatu nyaata
hin dhaanbatu galma isaatiif kaata
zinnaara dugda irratti boonbii mudhiit baate
diina gogombise sooraa allaattiif laate laate

ishoo obbo ishoo obboon ko
kashakkashee lolaa jira wbon koo

ishoo obbo ishoo obboon ko
mash-g mash-g gochaa jira obboon ko

ishoo obbo ishoo obboon ko
kashakkashee lolaa jira wbon koo

ishoo obbo ishoo obboon ko
mash-g mash-g gochaa jira obboon ko
ishoo obboo koo
mama dhiisee kattaa gubbaa ciisee
saba isaatiif jireenya isaa dhiisee
dukkana gabrummaa saba irraa cabsuu dhaaf
biiftuu bilisummaa haqa haqaan ibsuudhaaf
of duuba hin deebine tasa abdiin murre
daandii irraas hin maqnu dharaan qaxxaamure
qabsootti cichinee kaayyoo galmaan geenya
irbuus kudhaammannee duunee dachee taana taana
ishoo obbo ishoo obboon ko
kashakkashee lolaa jira wbon koo

ishoo obbo ishoo obboon ko
mash-g mash-g gochaa jira obboon ko

ishoo obbo ishoo obboon ko
kashakkashee lolaa jira wbon koo

ishoo obbo ishoo obboon ko
mash-g mash-g gochaa jira obboon ko

wboe zoonii bahaaf dhiha
(bahaaf dhiha)
wbo zoonii giddu gala
(giddu gala)
wbo zoonii kibbaa
gantuuf yartuu malee
goota maaltu jibba
(jibba)
ishoo obbo ishoo obboon ko
kashakkashee lolaa jira wbon koo
ishoo obbo ishoo obboon ko
mash-g mash-g gochaa jira obboon ko
ishoo obbo ishoo obboon ko
kashakkashee lolaa jira wbon koo

ishoo obbo ishoo obboon ko
mash-g mash-g gochaa jira obboon ko

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...