letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de gaarii - gome riki tu

Loading...

aaahaha
aaahaha
aaahaha
aaahaha

abbaa koo abbaa gaarii
abbaa gaarii
umrii dheeraa naa turi
naa turi
galanni kee darani
daran daran
hamtuun siin argini
aa aa
gufuun sin dhayini
abbaa ko mootii ko

abbaa ko guddisaa ko
obsaa ko danda’aa ko
waa meeqa dabarsite
aa aa
daart–tu naa uffifte
beeloftee na nyaachifte
dheebottee na obaafte
aaahaha
ofii kee itti hirrifte
aaahaha
wanna meeqa naaf taate
aaahaha
abbaa ko gaarii ko
aaahaha
abbaa ko mootii ko
aaahaha
abbaa ko gaarii ko
aaahaha
abbaa ko mootii ko
aaahaha

haadha koo haadha gaarii
haadha gaarii
umrii dheeraa naa turi
naa turi
galanni kee darani
daran daran
hamtuun siin arginii
aa aa
gufuun sin in dhayiini
haadha ko giiftii ko

harmee ko ya deessee ko
jabduu ko dandeessuu ko
waa meeqa dabarsite
aa aa
daart–tu na uffifte
beeloftee na nyaachifte
dheebottee na obaafte
aaahaha
ofii kee itti hirrifte
aaahaha
wanna meeqa naaf taate
aaahaha
haadha ko gaarii ko
aaahaha
haadha ko giiftii ko
aaahaha
haadha ko gaarii ko
aaahaha
haadha ko giiftii ko
aaahaha

obbolee ko gaarii koobboleettii
si’i beeka haarii ko
haarii ko
haadha lammaffaa taate
akka haadha
ija dhalaan na laalte
aa aa
akka haadha na taatee
obbolee ko

olma ke yoom deebisa
galatoomi maleysa
qoreen sin waraanini
aa aa
hamtuuni sin argini
umrii dheera na turi
gammadi oli buli
aaahaha
matif dhala ke wali
aaahaha
badhadhi hori buli
aaahaha
obbole gaarii ko
aaahaha
si beeka haarii ko
aaahaha
obbole gaarii ko
aaahaha

hmmm
hmmm

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...