letras.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

letra de bada anaa - gome riki tu

Loading...

(gajo)
siin ala hin beeku innoo jaalala
jaalala
siin ala hin beeku innoo jaalala
eee jaalala
siin ala hin beeku innoo jaalala
jaalala
siin ala hin beeku innoo jaalala
jaalala

qalloo mudhii soonsaa
boontuu leensaa
kee manni eeysa
sin geggeessaa
nahim kee manni eeysaa
dhufeen waan garaa sitti odeessa
ifi naa fuula keeyi
bani naa onnee keeyi
erguman si argeeti
yaanni koo gama keeti
lalalalala
aaaa
lalalalala
lalalalala
aaaa
lalalalala
ajab bareeda kee konkona funyaan kee
dugda kee irra ciisa rifeensi mataa kee
badhaate waa mara adda amalli ke
eebbisee si uume tottolchee waaqi kee
cabbii samii samii bu’u fakkaata ilkaan kee
f-geenya irraaifee na waame simboon kee
jecha dhabeetini ajab jedhee tare
miidhagina uuma ansirrattin bare
sh-ggee mudhii lookoo
mormi taakkuu tokkoo
maquma kee malee
yaamuu didee afaan koo
laaleen si filadhe
kan biraa hin barbaadu
jaalaluma keeti
kaanaan na waaduu
eeee eee

ayi bada anaa
ajab yaa si’iee
ayi bada anaa
yaa gajo
ajab yaa si’i

(gajo)
siin ala hin beeku innoo jaalala
jaalala
siin ala hin beeku innoo jaalala
eee jaalala
siin ala hin beeku innoo jaalala
jaalala
siin ala hin beeku innoo jaalala
jaalala
qalloo mudhii soonsaa
boontuu leensaa
kee manni eeysa
sin geggeessaa
naa him kee manni eeysa
dhufeen waan garaa sitti odeessaa
jaalalloo qixxee tola
maaliif qobaa na goola
jaalladhee argeera dura
garuu kee kun adduma
lalalalala
aaaa
lalalalala
lalalalala
aaaa
lalalalala

qorri ni hammata gara lafa bari
harki kee sabbata kottu natti mari
gorora kee damma mee na unachiisi
gubaa laphee kiyya narraa qabbaneessi
ya dumbushee intalaa an ilma abbaa gadaa
sanyii warra mootii waarra leeqaa gamaa
iftuu akka aduu birraa hin f-gaatin narra
yoo warri illee dide si fudhadheen bada
kuullee nyaara kuulaa
kan shurrubbaan tooraa
bikka ati deemtu
faanuma kee joora
akka aadaa keenyaa
ergadhee jaarsummaa
warqee najjoo biteen
naqadhee si fuudhaa
eee
ayi bada anaa
ajab yaa si’iee
ayi bada anaa
yaa gome
ajab yaa si’i

letras aleatórias

MAIS ACESSADOS

Loading...