letra de amma lelee - nigusuu tammiraat
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
samma lelelelee wardee lelee naannoo
ajabaa
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
samma lelelelee wardee lelee naannoo
ajabaa (jabeeysi)
ajabaa ajabaa (fudhi)
dirree dhawaa nu gaha bishaan laga harree
dirree dhawaa nu gaha bishaan laga harree
jaalala akkana takkaatun agarre
jaalala akkana takkaatun agarre
jaalala akkana takkaatun agarre ajabaa
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
samma lelelelee wardee lelee naannoo
ajabaa (jabeeysi)
ajabaa ajabaa (fudhi)
haramaayaa dhugaa bishaan haramaayaa
haramaayaa dhugaa bishaan haramaayaa
jaalala akkana argaafillee fayyaa
jaalala akkana argaafillee fayyaa
jaalala akkana argaafillee fayyaa ajabaa
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
samma lelelelee wardee lelee naannoo
ajabaa (jabeeysi)
ajabaa ajabaa (fudhi)
dirree dhawaa jirra djibouti maal jenna
dirree dhawaa jirra djibouti maal jenna
atuu nu ibsita tiriika maal jenna
atuu nu ibsita tiriika maal jenna
atuu nu ibsita tiriika maal jenna ajabaa
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
samma lelelelee wardee lelee naannoo
ajabaa (jabeeysi)
keenya dirree dhawaa loltuu loon hayyisa
keenya dirree dhawaa loltuu loon hayyisa
waahin sitti dhaama waan qalbii fayyisa
waahin sitti dhaama waan qalbii fayyisa
waahin sitti dhaama waan qalbii fayyisa ajabaa
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
samma lelelelee wardee lelee naannoo
ajabaa
amma helelelelelee
samma lelelee naannoo
amma lelelelelee
samma lelelee naannoo
samma lelelelee wardee lelee naannoo
ajabaa
letras aleatórias
- letra de off tha lot - endyends
- letra de セレナーデ - 川嶋あい
- letra de 北の旅人 - 北原ミレイ
- letra de teriak serentak - pee wee gaskins
- letra de you and i going south (yaigs) - pee wee gaskins
- letra de singing in the rain - simple plan
- letra de angkuh (feat. piyu) - isa raja
- letra de manipulacja - jeremi sikorski
- letra de ganbare - rok-kiss
- letra de chega para cá - tiago iorc