
letra de shirshri and kolola - hamelmal abate
yaa shirri shirri booleerra
yaa shirri shirri booleerra
yaa shirri shirri booleerra
maa namararta kooderraa
yaa damaa damaa koo balloo
yaa damaa damaa koo balloo
yaa damaa damaa koo balloo
sin jaalaadha kootu gamma koo
(yaa damaa dameetoo balloo)
(yaa damaa dameetoo balloo)
(yaa damaa dameetoo balloo)
(sin jaaladha kootu dameetoo)
yaa shirri shirri booleerra
yaa shirri shirri booleerra
yaa shirri shirri booleerra
maa namararta kooderraa
yaa damaa damaa koo balloo
yaa damaa damaa koo balloo
yaa damaa damaa koo balloo
sin jaalaadha kootu gamma koo
(yaa damaa dameetoo balloo)
(yaa damaa dameetoo balloo)
(yaa damaa dameetoo balloo)
(sin jaaladha kootu dameetoo)
siifuu dammaa roobaa sh-gaa ilmma oromoti
mee kootuu sin eggaa magalaa biyya kootti
(siifuu dammaa roobaa sh-gee intalaa oromoti)
(mee kootuu sin eggaa magalaa biyya kootti)
biyyii koo oromiyaa dha magalaa finfinneeti
kootuu walin yaanaa motobilii korreetti
motobilii korreetti
motobilii korreetti
motobilii korreetti
motobilii korreetti
motobilii korreetti
motobilii korreetti
motobilii korreetti
motobilii korreetti
shirri shirri maal jataan mucaa saninii
shirri shirri maal jataan mucaa saninii
warrii dhoksanii kaayani manaa hin baasani
yaa shamarmarii kiyyaa shamarmarii kiyyaa
yaa shamarmarii kiyyaa shamarmarii kiyyaa
yaa shamarmarii kiyyaa kootu bareeda kiyyaa
yaa shamarmar yaa shamarmar yaa shamarmar
yaa shamarmar shamarmar shamarmar
yaa shamarmar yaa shamarmar yaa shamarmar
shamarmar shamarmar shamarmar
yaa shirri shirri booleerra
yaa shirri shirri booleerra
yaa shirri shirri booleerra
an’ sin jaaladha hundaraa
yaa damaa damaa koo balloo
yaa damaa damaa koo balloo
yaa damaa damaa koo balloo
sin jaalaadha kootu gamma koo
(yaa damaa dameetoo balloo)
(yaa damaa dameetoo balloo)
(yaa damaa dameetoo balloo)
(sin jaaladha kootu dameetoo)
zaangi lootee lootee qalayooni
baaddii kootuu naa jadhi mucaani
(zaangi lootee lootee qalayooni)
(baaddii kootuu naa jaatee micayooni)
zaangi lootee lootee qalayooni
baaddii kootuu naa jadhi mucaani
(zaangi lootee lootee qalayooni)
(baaddii kootuu naa jaatee micayooni)
maaloo yaa sabbaa koo (yaa sh-gge koo)
benuu baalee bunaa (yaa sh-gge koo)
baale biyya jara (yaa sh-gge koo)
shirqaa dabbaretii (yaa sh-gge koo)
kan nama maarachu (yaa sh-gge koo)
hirkataa lapheti (yaa sh-gge koo)
maloo kootuu kololaa koo
maloo kootuu kololaa koo
maloo kootuu kololaa koo
maloo kootuu kololaa koo
maloo kootuu kololaa koo
maloo kootuu kololaa koo
zaangi lootee lootee qalayooni
baaddii kootuu naa jadhi mucaani
zaangi lootee lootee qalayooni
baaddii kootuu naa jadhi mucaani
yaa shamarmar yaa shamarmar yaa shamarmar
yaa shamarmar shamarmar shamarmar
yaa shamarmar yaa shamarmar yaa shamarmar
shamarmar shamarmar shamarmar
yaa shamrmar yaa shamrmar yaa shamrmar
yaa shamarmar shamarmar shamarmar
letras aleatórias
- letra de after the party (s1 and caleb's who shot jr ewing remix) - little brother
- letra de ten toes down - chief keef
- letra de dark heart of the city (bonus track) - striker
- letra de beth - binær
- letra de ausencia - yakari
- letra de when i'm with u - tritonal
- letra de fake love - yhung t.o.
- letra de road rage (skit) - benzino
- letra de doa - convicts
- letra de thank you letter - mack wilds