
letra de nan barbaada - gutu abera
fedhii jireenyaakoof kan ani abdaadhu
ganama dhabbadhee gamasii millaadhuu
iddoo gaarii olee bakka nagaa buluu
haadha hiyyeessaa furee tolaa namaf ooluu
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada nan barbaada
qaraa ilaala iji koo guyyoota lakkaa’a
humnikoof abdiin koo qixa galaa ta’a
daale elmee muchaa gu’aan hin mirgisuu
kaayyoo kofan chichaa ta’us hin caallisuu
jalqabni godaana deemsi dhumaatu caala
dukkana da’ate iji koo ifaa guddoo ilaalaa
iddoo gaarii olee bakka nagaa buluu
haadha hiyyessa furee tolaa namaf ooluu
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada nan barbaada
baay’ee eeguu hawwuun abjuudha jedhani
dhiichisanii sirbu dibbee rukutanii
naan garuu hawwiin koo odaa jala ciisee
urjii lakkaa’uudha gofla yaadaa baasee
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada
sagaleen simbiraa boruu mana kooti
weeduu sagalee isheen abdii natti himti
ifti biiftuu maddee karaa foddaa cabaa
mana koo olseene milkii gaarii qabaa
ka’i deemi nan jedha, qillensi afarsuu
fedhiin abjuu miti enyuu sin daangessu
abjuudha jedhaan abjuudha jedhaani
baay’ee hawwani baay’ee eguuni
maal oddeesaaree jamaa qilleensi
sumaan barbaada anoo ammasii
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada nan barbaada
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada (nan barbaada)
nan barbaada nan barbaada
letras aleatórias
- letra de yere düştüm - v.o.l.t
- letra de olelorelei - soleá morente
- letra de somethin' special - mecca rebell
- letra de motorblade - split heaven
- letra de fed by the feeling - antigama
- letra de give me me - juicy j
- letra de bruit du beretta - hko
- letra de freestyle parte 1 - sfdk
- letra de andra sidan (bortom dimhšljet) - single version - blues
- letra de vida longa - mv bill