letra de gome riki tu - qoricha roorroo - gome riki tu
ilaal wbo laal gooticha mudhii zinnaaraa
diina isaa mure bira darba
ajjeesee allaattii sooraa
qoricha roorroo ilaal wbo
jajjabee wbon kutattuu dhaa murattu
gabroomfatan utuu jiru gadi hin ciiftu
hangar hundeen isheen dhabamsiiftu
qoricha roorroo ilaal wbo
aa tokkeen dhukaasa kee
diina rifaasisa
ejjennaan miilla kee wbo alagaa naasisa
uummata kee wajjin harka wal qabattee
meeshaa keen hidhattee mudhii qaanqee bobeessitee
bu’aa ba’ii qaba eyyee jireenya warraaqsaa
rakkoon hammaatu illee daran tasa hin laanne harka
hiddaa akka soonsaa caamaan waxalamaa diilallaan waadamaa bu’ee gaaraaf dachaa oromummaaf jecha
bela’ee dheebotus hiddaa mukaa nyaachaa corroqa unachaa
saba isaatiif galma
galanni isaanii danuu k-ma k-ma haha ta’u bilisummaa falmattoota haqaan injifadhaa kottaa
ilaal wbo laal gooticha mudhii zinnaaraa
diina isaa mure bira darba
ajjeesee allaattii sooraa
qoricha roorroo ilaal wbo
jajjabee wbon kutattuu dhaa murattu
gabroomfatan utuu jiru gadi hin ciiftu
hangar hundeen isheen dhabamsiiftu
qoricha roorroo ilaal wbo
yaa lammii ko yaa lammii ko na dhageessa
gad qabduu kee haxaa’ee tuma nan balleessa
ol qabduu kee cina dhaabadheetan jabeessa
gumaan ilmaan keetii hin haftu siifan baasa
yaa aayyoo ko yaa abboo ko
imimmaan ke isa gad roobu sirraa haqa kun hin haftu
garbummaa irra duuti bar bilisummaa dha
kanaafan qabsoo itti cichee taa’e caakka
harras borus abdii kiyya muradhee ani hin taa’u yoomu
hamman kaayyoo jaallewwanii san galmaan ga’u
ilaal wbo laal gooticha mudhii zinnaaraa
diina isaa mure bira darba
ajjeesee allaattii sooraa
qoricha roorroo ilaal wbo
jajjabee wbon kutattuu dhaa murattu
gabroomfatan utuu jiru gadi hin ciiftu
hangar hundeen isheen dhabamsiiftu
qoricha roorroo ilaal wbo
aha
yeah
gome
ilaal wbo
letras aleatórias
- letra de diminishing returns - in silent agony
- letra de sublime & silence - julien doré
- letra de hand down - dwoyo
- letra de some love - red velvet
- letra de como nunca - akapellah
- letra de ... i żebyś był szczęśliwy - mendi
- letra de we don't talk anymore - the animal in me
- letra de reflections - jakezar
- letra de flow with it (you got me feeling like) - st. paul and the broken bones
- letra de where are we goin' - fire