
letra de jajjaboo - andualem gosa
lafee lafee lafee cabanii itti cabsu (aay aay)
kanumaafuu hin dhaamuu abiddii qabsoo (aay aay)
diilalli booranaa, gammoojjiin bareentuu (aay aay)
hirbuu oromummaaf kanba’an marartuu (aay aay)
gadaan rakkoo, galaan xiqqoo, karaan f-goo
taatee dhidhimsite obbolaan koo, ahaayy
ahaa meeqa utuu itti cabuu, itti dabuu
nyaaphaa gamee
kormatu itti qalame, kanaafi fixuun kan dadhabame
allaattiin oromiyaa, kan samiirra kaattuu
jaala du’e rnalee, yaada du’e hin nyaattuu
bara meeqa ceene, miilli itti dhubbaa
jagna meeqa dhabne, jagna onneen tubbaa
qaallittii, awaashii, qilinxoo hoo bubbulaa
keessatti tumachaa godaannisa kulkula
godaannisa qabsoo
itti baatu argina, gaafa san argarna, aduun birmadummaa
aduun birmadummaa
keenyan hidhaa, keenyan zabxiyyaa
hooda hayyuu, barootaa iyya
kalee tarree harra geenye
daafii warra, sodaa hin beekne
roorroof hin teenye
itti dhiisanuu, hin jirtu akki laayyoo
hidhaa hinqabu, yaadni kaayyoo
beekti onneen aabboo, gabrummaa finciltu
lubbuun lama hin jirtuu
taliilaa shinn-ggaa’t
darsa nurraa dhiqa
(nu dhiqa nu dhiqa)
jajjabootu nu dhalche
jajjaboo abboota
(warra gootaa)
taliilaa shinn-ggaa’t
darsa nurraa dhiqa
(nu dhiqa nu dhiqa)
jajjabootu nu dhalche
jajjaboo abboota
(warra gootaa)
(warra gootaa)
(jajjaboota)
hoo qabna hoo jagna
jagna jagna jagna
(abshir)
hoo qeerroo hoo qarree
jirraa jirraa jirraa (abshir)
(sabboontittii)
yaa sabboonaa qaroo ilmaan aayya
(waa hirbuut jirti’f)
nuuf hin taane karaan mataayyaa
(gudunfaan qabsoo)
hidda dhiga oromoon furgaate
(hiikamti biyyaan)
gaafa daangaan ofii itti baate
hoo qabna hoo jagna
jagna jagna jagna
(abshir)
hoo qeerroo hoo qarree
jirraa jirraa jirraa (abshir)
(kuunnoo sabnii)
cidha jaarraa tokkoof jarjaaru
(biyya mudhuufii)
kan lubbuu ofii itti gabbaru
(adda nuu kenni)
yaa ayyaana oromo, tokkicha
moo’ichi hin hafu
situ dhugaa beeka, nuu iticha
letras aleatórias
- letra de dope or thc - peewee longway
- letra de see you round the bend - louie zong
- letra de left behind - adam hellström
- letra de ritmação italiana 2 - dj digo beat, mc gw & falcão dos bailes
- letra de molim boga - jašar ahmedovski
- letra de gothki - scawy
- letra de 1979 - poppy tears
- letra de alien - bleta m▲x
- letra de manidar gülüş - sirmc
- letra de habanera - raiven